Gara Worra Rooma'aa 5:3-4
Gara Worra Rooma'aa 5:3-4 ARSIDNT
Kana qofaan uduu hin ta'in rakkinni obissa akkuma nuuf argamisiisu waan beekinuuf, rakkinna keennaan'llee ufi ni dhaanna. Obissaan'llee qormmaataan dhaabachuu, dhaabachu'uu irra'llee, abddiin ni argama.







