Worra Rooma'aa 7:18
Worra Rooma'aa 7:18 GAXNT
Ana keessa yookiin namumma kiyya keessa wonni dansaan takkattiille akka hin jirre ani hin beeka. Waan dansaa godhiisaaf halchaan na keessa jiraattulle, ani waan dansaa godhiisaaf hin dandeenne.