Gara Worra Rooma'aa 12:16
Gara Worra Rooma'aa 12:16 ARSIDNT
Ufii keessan yaada tokkoon wolii gala'aa jiraadhaa, mataa keessan ol qabuu irra ufi tuulummaa dhabamissiisa'aatii hiyyeessotaan woliin tokkumma'aan jiraadhaa, ufii keessan beekittota ufiin hin jedhinaa.


