Gara Worra Rooma'aa 10:14
Gara Worra Rooma'aa 10:14 ARSIDNT
Garuu uduu itti hin amanin attamitti isa waamu'uuniif danda'an? Waayee isaa'llee uduu hin dhagayin, attamitti amanan? Barsiisaa male'llee ammo attamitti dhagayuu danda'an?