Bible App logo
Search Icon

Kitaaba Faaru'uu 8:1

Kitaaba Faaru'uu 8:1 GUJ

Ee Mootii Waan Maraa, Goottaa keenna! Maqaan keeti lafa maratti attam attam gudda'a! Ulfinna keeti ol-gubbaa irratti diriirsiteerta.