Gara Worra Rooma'aa 8:26
Gara Worra Rooma'aa 8:26 KITWOY
Akkasuma Ayyaanni dadhabbii keenna nu gargaara; attamitti akka kadhannu nu waan hin beenneef haa ta'uu ammo Ayyaanninuu worwaata himamuu hin dandeenneen nuu kadhata.