Macaafa Lallabaa 1:17
Macaafa Lallabaa 1:17 MACQUL
Ogummaa, maraatummaa, gowwummaas gargar baasee beekuudhaaf itti nan yaade, kunis immoo akka nama qilleensa ari'uu akka ta'e nan hubadhe*;