Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 8:26
Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 8:26 WLNT
Akkasuma Ayyaanni dadhabbii keenna nu gargaara; attamitti akka kadhannu nu waan hin beenneef, haata'uu ammoo Ayyaanninuu worwaata himaamu hin dandeenneen nuu kadhata.













