Kitaaba Faaru'uu 65:5
Kitaaba Faaru'uu 65:5 GUJ
Ee Waaqa fayyisaa keenna, hujii maade'ee ta balchumma'aatiin deebii nuuf kennita. Worri qaccee lafaa abbaaya'aan gama fagoo jiru martille addii sitti godhata.