Kitaaba Faaru'uu 65:4
Kitaaba Faaru'uu 65:4 GUJ
Worri ati filattee badhinna mana keetii keessa akka le'anu ka ifitti dhikeeffatte ka eebbifame. Nuuti waan dansaa mana keetii, ta Dunkaanii Woyyittii teetiitiin hin quunna.