Kitaaba Faaru'uu 35:10
Kitaaba Faaru'uu 35:10 GUJ
Gadhaa kiyya tokkochaan, «Ee Mootii Waan Maraa, dadhaboolee worra guddoo jajjabaa harkaa, dadhaboole'ee fi hiyyeeyyiille saantota harkaa ka baasu ka akka keetii eennu?» jedha.