Kitaaba Faaru'uu 23:4
Kitaaba Faaru'uu 23:4 GUJ
Ani dhooqa gaaddisa du'aa keessa yoo ideemelle, ati waan na woliin jirtuuf, Ani waan hantuu natti dhuttu hin sodaadhu. Uleen teetii fi borjoon teeti na jajjabeessan.