Kitaaba Faaru'uu 2:12
Kitaaba Faaru'uu 2:12 GUJ
Mufiin isaa ariiti'iin waan dhuttuuf, isinitti mufatee akka isin hin balleessine, qulqullumma'aan waaqonfadha'a. Worri gara isaa baqatu ka gammade.