Kitaaba Faaru'uu 2:10-11
Kitaaba Faaru'uu 2:10-11 GUJ
Tanaaf, isin mootoleen qalbeeffadha'a; isin bulchitooti biyya lafaa ifi eeggadha'a. Sodaa guddo'oon Mootii Waan Maraa tajaajila'a. Rommiisaan isaaf ajajama'a.