Kitaaba Faaru'uu 1:3
Kitaaba Faaru'uu 1:3 GUJ
Inni akka muka laga qarqaratti dhaabamee, yennaa yenna'aan midhaan buusuu, ka baalli isaa hin qoorree ti. Wonni inni huju marti isaaf hin teeti.