Kitaaba Fakkeennaa 8:10-11
Kitaaba Fakkeennaa 8:10-11 GUJ
Meetii caalaa gorsa kiyya, worqii qulqulluu caalaalle beekkumsa filadha'a. «Qarummaan dooqa diimaa waan caaltuuf, wonni ati halchitu marti isii woliin wol hin qixxoottu.