Kitaaba Fakkeennaa 5:3-4
Kitaaba Fakkeennaa 5:3-4 GUJ
Hidhiin dubartii gaarayyeeffattuu nadhii coccossiti; dubbiin isi'ii zayitii caalaa lallaatti; dhuma irratti ammoo akka hargiisaa hadhootti; akka shallaagaa qara lamaa qara qaddi.