Kitaaba Seera Lewwootaa 26:6
Kitaaba Seera Lewwootaa 26:6 GUJ
«Lafaaf nageya hin kenna; isin hin foorfattan; nami isin sodaachisu tokkolle hin jiraatu. Ani bineensa hamaa lafa irraa hin balleessa; diinni keessan haganaa achi isin hin lolu.