Kitaaba Seera Dadaa 45:4
Kitaaba Seera Dadaa 45:4 GUJ
Achiin duuba Yoseef obboleeyyan ifiitiin, «Gara kiyya dhikaadha'a» jedhe. Isaanille gara isaa dhikaatane. Innille isaaniin, «Ani obboleessa keessan Yoseef, ka isin gara biyya Gibxi'ii gurgurtane.