Kitaaba Seera Bayiisaa 31:17
Kitaaba Seera Bayiisaa 31:17 GUJ
Ani Mootiin Waan Maraa guyyaa jaa keessatti gubba'aa fi lafa dadee, guyyaa torbeesso'oo ammoo hujii irraa hafuura fudhadhee foorfadhe; guyyaan kun anaa fi Israa'eloota wodhakka'atti haga bara baraa beessisa hin te'a› jedhi» jedhe.





