Lakkoobsa 22:28
Lakkoobsa 22:28 HAH
Kana irratti WAAQAYYO afaan harree sanaa banee harreen sun Balaʼaamiin, “Ani maal si yakkinaan ati akkas yeroo sadii na rukutte?” jette.