Baʼuu 39:32
Baʼuu 39:32 HAH
Akkasiin hojiin dunkaana qulqulluu kan dunkaana wal gaʼii hundi xumurame. Israaʼeloonnis akkuma WAAQAYYO Musee ajajetti waan hunda hojjetan.