Raajii Miikiyaasii 3:8
Raajii Miikiyaasii 3:8 KITWOY
Ana ammo Rabbi Hafuuraa fi hunna ufiitiin na guuteera; Inni akka ani banii Israa'elii yakkaa fi cubbuu isaanii maal akka ta'e akka isaan beessisu ifatti murtii qajeelaa akka murteessu jabeenna naa kenneera.





