Seera Leewwotaa 26:5
Seera Leewwotaa 26:5 KITWOY
Sababaa midhaan keessan guddatee baay'ateef, uduu midhaan haamattanii hin findhe hurbuun haamattan ka lammeesso'oollee gaya; uduu hurbuu woyini'ii san murtanii hin findhe hennaan midhaan facaaftan gaya; nyaata keessaniif waan isin barbaachisu maraa argattan; lafa teessan irrallee nagayaan jiraattan.





