Seera Bayu'uu 31:17
Seera Bayu'uu 31:17 KITWOY
Waan Rabbi Ardi'ii fi Samii guyyoota jahaa keessatti uumee guyyaa torbeesso'oo hujii ufii maraa irraa hara baafateef; anaa fi ijoollee Israa'elii jiddu'utti malkata waadaa baraa haga bara baraa haa ta'uu»





