Hujii Ergamootaa 20:35
Hujii Ergamootaa 20:35 KITWOY
Akkanuma dadhaba'aa akka dhibamtoota gargaartan, inninuu ‹ka fudhatu caalaa ka kennutu ka eebbifame› akkuma jedhe, dubbii Gooftaa Yesuusii kana akka qaabattan waan barbaachisuuf maraa isinitti mudhiseera.









