MACAAFA FAARFANNAA 98:9
MACAAFA FAARFANNAA 98:9 MACQUL
Waaqayyo lafaaf firdii kennuuf waan dhufuuf, fuula isaa duratti kana haa dhageessisan! inni qajeelummaadhaan biyya lafaaf firdii in kenna, saba hundumaas qajeeltootti firdii in dhageessisa*.