MACAAFA FAARFANNAA 86:15
MACAAFA FAARFANNAA 86:15 MACQUL
Ati garuu yaa gooftaa, Waaqayyo oo'a-qabeessaa fi araara-qabeessa; aariitti suuta jetta, gaarummaan kee fi amanamummaan kee immoo guddaa dha*.