MACAAFA FAARFANNAA 84:10
MACAAFA FAARFANNAA 84:10 MACQUL
Iddoo biraa guyyaa kuma tokko ooluu irra, oobdii kee keessa guyyaa tokko ooluu wayya; godoota jal'inaa keessa taa'uu koo irra, balbala mana Waaqayyo koo dura ijaajjuu nan fo'adha*.