MACAAFA FAARFANNAA 65:5
MACAAFA FAARFANNAA 65:5 MACQUL
Yaa Waaqayyo ati nu oolchita, hojii isa guddaa sodaachisaadhaan qajeelummaadhaan deebii nuuf kennita; andaara lafaa hundumaaf galaanota fagoo jiraniifis ati amanannaa isaanii ti.