MACAAFA FAARFANNAA 59:16
MACAAFA FAARFANNAA 59:16 MACQUL
Ani garuu waa'ee aangoo kee nan faarfadha, gaarummaa keetiifis ganama ganama sagalee gammachuu nan dhageessisa. ati anaaf da'oo taateetta, guyyaa rakkinni ana irra ga'ettis iddoo baqannaa anaaf taateetta.












