MACAAFA FAARFANNAA 143:7
MACAAFA FAARFANNAA 143:7 MACQUL
Hafuurri koo wal qaqqabuu dadhabeera, ariifadhuu na jalaa owwaadhu, yaa Waaqayyo! Akka warra boollatti gad bu'anii akkan hin taanetti, fuula kee achi ana irraa hin qabatin*!