MACAAFA FAARFANNAA 142:3
MACAAFA FAARFANNAA 142:3 MACQUL
Hafuurri koo yeroo ana keessatti laafu, ati gara ani itti adeemu in beekta! Daandii ani irra adeemu keessa, isaan futtaasaa anaaf dhoksaniiru.