MACAAFA FAARFANNAA 134
134
Waaqayyoon Jajachuutti Wal Waamuu
(Weedduu ittiin ol ba'an)
1Amma isin hojjetoonni Waaqayyoo hundinuu,
warri halkan mana Waaqayyoo keessa dhaabattan,
kottaa Waaqayyoon ulfinaan jajadhaa*!
2Gara iddoo qulqullaa'aa sanatti
harka keessan ol kaasaa,
Waaqayyoon ulfinaan jajadhaa*!
3Waaqayyo inni waaqaa fi lafa uume,
Xiyoon keessaa si haa eebbisu*!#1 Isa 30:29 2 5:7 3 115:15
Currently Selected:
MACAAFA FAARFANNAA 134: MacQul
Highlight
Copy
Compare
Share
Want to have your highlights saved across all your devices? Sign up or sign in
(C) The Bible Society of Ethiopia, 1997; OROMO LATIN BIBLE BSE-UBS 26M 2006.