MACAAFA FAARFANNAA 127:3-4
MACAAFA FAARFANNAA 127:3-4 MACQUL
Ilaa ijoolleen kennaa Waaqayyoo ti, dhala godhachuunis bu'aa inni namaaf kennuu dha*. Ilmaan dargaggummaadhaan godhatan, akka xiyya harka jagnaa keessa jiruu ti.