Macaafa Fakkeenyaa 31:31
Macaafa Fakkeenyaa 31:31 MACQUL
Gatii ija hojii isheetii isheedhaaf kennaa! Hojiin ishee yaa'ii karra mandaraa keessatti ishee haa jaju!