Macaafa Fakkeenyaa 31:25-26
Macaafa Fakkeenyaa 31:25-26 MACQUL
humnaa fi ulfina akka uffataatti in uffatti; yeroodhuma dhufuttis in gammaddi. Ogummaadhaan in dubbatti, barsiifni gaariinis afaan ishee keessaa in ba'a.