Macaafa Miikiyaas Raajichaa 4:5
Macaafa Miikiyaas Raajichaa 4:5 MACQUL
Sabni warri kaan hundinuu adduma addaan maqaa waaqayyolii isaaniitiin in deddeebi'u; nuyi garuu yeroo hundumaa bara baraan maqaa Waaqayyo keenya gooftichaatiin in deddeebina.