Faaruu Ermiyaas 4:1
Faaruu Ermiyaas 4:1 MACQUL
Attamitti warqeen gurraacha'ee, warqee qullaa'aan bifa geddarate! Attamittis dhagoonni mana qulqullummaa wal ga'ii karaa gurguddaa hundumaa irratti bitimfaman!