Yoonaas Raajichaa 3:10
Yoonaas Raajichaa 3:10 MACQUL
Waaqayyo kana gochuu isaanii, karaa isaanii isa hamaa irraa deebi'uu isaaniis in arge; kanaaf inni wanta hamaa isaanitti fiduudhaaf dubbate sana in dhiise, irrattis hin fidne*.