Macaafa Ermiyaas Raajichaa 29:10
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 29:10 MACQUL
Waaqayyo,<<Akkuman dur dubbadhee ture waggaa torbaatama mootii Baabiloniif erga hojjettanii booddee isin nan yaadadha, akkuman dur isin abdachiisee tures gara biyya kanaatti isin nan deebisa*





