Macaafa Lallabaa 2:26
Macaafa Lallabaa 2:26 MACQUL
Waaqayyo nama isa duratti gaarii ta'eef ogummaa, beekumsa, gammachuus in kenna; isa namni cubbamaan walitti qabee tuule garuu, Waaqayyo nama isa duratti gaarii ta'eef akka inni kennu in godha; kunis immoo wanta waa'ee hin baafnee dha, akka nama qilleensa ari'uu tis*.





