Macaafa Lallabaa 2:21
Macaafa Lallabaa 2:21 MACQUL
namni tokko ogummaa, beekumsaa fi harka-tolinaan wanta itti dadhabee hojjete hundumaa nama isa hin hojjetiniif dhiisuun giddii itti in ta'a; kunis immoo wanta waa'ee hin baafnee dha, guddaas nama in gaddisiisa;





