Macaafa Lallabaa 2:10
Macaafa Lallabaa 2:10 MACQUL
Wanta iji koo hawwe hundumaa ani hin dhowwanne, garaa koos gammaduu irraa hin dhowwine; wanta ani itti dadhabe hundumaatti garaan koo in gammada, wanta ani itti dadhabe hundumaa keessaa, kun qooda koo ture.





