Hujii Ergamootaa 4:31
Hujii Ergamootaa 4:31 WLNT
Haga faateeffataniin maayii huleen isaan itti wolgayanii turan sun hin socho'e. Isaan marattuu Ayyaana Woyyuu guute, dubbii Rabbiillee addaataa dubbatan.