YouVersion Logo
Search Icon

Matayo 15:8-9

Matayo 15:8-9 BOR

Biyyiti tunini afaanumaani na guddifti, ammo garaani worra nara fago jira. Ufuma na yaamatani, wonti akanatiifi barsiisa ufi keesa seera nama aka seera Waaqa barsiisani jed'e.