1
Raajii Hose'ee 4:6
Kitaaba Woyyuu
KitWoy
Baniin kiyya sababaa kolbatti na beekuu dhabeef badeera; isin waan na beekuu hin barbaanneef akka gadoota tiyya taatanii na tajaajiltan hin barbaadu; isin waan seera kiyya tuffattanii irraafattaniif ijoolleen teessanillee hin irraanfataman.
Compare
Explore Raajii Hose'ee 4:6
2
Raajii Hose'ee 4:1
Banii Israa'elii! Rabbi namoota biyya kana keessa jiraatan maraa waan ajiifatu qaba; kanaafuu waan inni siin jedhu maraa dhagayi; «Biyyattii keessa amanamummaan, jaalalaa fi Rabbiin beekuun badeera.
Explore Raajii Hose'ee 4:1