1
Raajii Hose'ee 3:1
Kitaaba Woyyuu
KitWoy
Rabbi akkana naan jedhe, «Worri Israa'elii gara waaqa tolfama'aa dhaqanii daraaraa woyini'ii ka goge yoo dhiyeessuu barbaadanillee Rabbi woma kana woliin isaan jaalata; atillee akkasuma gara dubartii seebartu ta jaalalloo qabduu deemii jaaladhu.»
Compare
Explore Raajii Hose'ee 3:1
2
Raajii Hose'ee 3:5
Armaan maayii worri Israa'elii gara Rabbii Waaqa ufiitii fi gara mootii ufii gara Daawitii deebi'an; baroota maayessaatitti soda'aan gara Rabbii dhufanii eebba isa irraa fudhatan.
Explore Raajii Hose'ee 3:5