YouVersion embleem
BybelLeesplanneVideo's
Kry die toep
Taalkieser
Soek-ikoon

Gewilde Bybelverse vanaf Uumama 41

1

Uumama 41:16

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Yoosef immoo, “Ani hiikuu hin dandaʼu; Waaqni garuu Faraʼooniif deebii nagaa ni kenna” jedhee Faraʼooniif deebise.

Vergelyk

Verken Uumama 41:16

2

Uumama 41:38

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Faraʼoonis, “Nama akka namicha kanaa kan Hafuurri Waaqaa keessa jiru argachuu dandeenyaa ree?” jedhee isaan gaafate.

Vergelyk

Verken Uumama 41:38

3

Uumama 41:39-40

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Faraʼoonis Yoosefiin akkana jedhe; “Erga Waaqni waan kana hunda sitti mulʼise, namni akka kee hubataa fi beekaa taʼe tokko iyyuu hin jiru. Ati masaraa koo irratti itti gaafatamaa taata; sabni koo hundinuus ajaja kee jalatti bula. Ani ulfina teessoo qofaan si caala.”

Vergelyk

Verken Uumama 41:39-40

4

Uumama 41:52

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“Waaqni biyya ani itti rakkadhe keessatti na baayʼiseera” jedhee ilma isaa isa lammaffaa immoo Efreem jedhee moggaase.

Vergelyk

Verken Uumama 41:52

5

Uumama 41:51

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Yoosefis, “Waaqni rakkina koo hundaa fi mana abbaa koo hunda na irraanfachiiseera” jedhee maqaa ilma isaa hangaftichaa Minaasee jedhee moggaase.

Vergelyk

Verken Uumama 41:51

Vorige hoofstuk
Volgende hoofstuk
YouVersion

Moedig jou aan en daag jou uit om elke dag intimiteit met God op te soek.

Bediening

Iets oor ons

Loopbane

Vrywilliger

Webjoernaal

Media

Nuttige skakels

Hulp

Skenk

Bybelweergawes

Klankbybels

Bybeltale

Vers-van-die-dag


'n Digitale bediening van

Life.Church
Afrikaans (South Africa)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivaatheidsbeleidVoorwaardes
Program vir die openbaarmaking van kwesbaarheid
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest