YouVersion embleem
BybelLeesplanneVideo's
Kry die toep
Taalkieser
Soek-ikoon

Gewilde Bybelverse vanaf Uumama 11

1

Uumama 11:6-7

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

WAAQAYYOS akkana jedhe; “Erga isaan akka saba tokko kan afaanuma tokko dubbatuutti waan kana hojjechuu jalqabanii, yoos amma wanni isaan hojjechuuf karoorfatan kan isaaniif hin dandaʼamne tokko iyyuu hin jiraatu. Kottaa mee gad buunee, akka isaan wal hin hubanneef afaan isaanii waliin dhoofnaa!”

Vergelyk

Verken Uumama 11:6-7

2

Uumama 11:4

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Ergasii, “Kottaa mee akka ofii keenyaa maqaa argannuu fi akka addunyaa guutuu irra hin bibittinnoofneef magaalaa gamoon isaa samii qaqqabu tokko ijaarrannaa” jedhan.

Vergelyk

Verken Uumama 11:4

3

Uumama 11:9

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Waan WAAQAYYO achitti afaan addunyaa hunda waliin makeef iddoon sun Baabilon jedhame; WAAQAYYO iddoo sanaa isaan baasee lafa hunda irra isaan bittinneesse.

Vergelyk

Verken Uumama 11:9

4

Uumama 11:1

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Bara sana addunyaan guutuun afaan tokkoo fi haasaa tokko qaba ture.

Vergelyk

Verken Uumama 11:1

5

Uumama 11:5

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

WAAQAYYO garuu magaalaa fi gamoo isaan ijaaraa turan sana ilaaluuf gad buʼe.

Vergelyk

Verken Uumama 11:5

6

Uumama 11:8

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Kanaafuu WAAQAYYO achii isaan baasee lafa hunda irra isaan bittinneesse; isaanis magaalaa ijaaruu dhiisan.

Vergelyk

Verken Uumama 11:8

Vorige hoofstuk
Volgende hoofstuk
YouVersion

Moedig jou aan en daag jou uit om elke dag intimiteit met God op te soek.

Bediening

Iets oor ons

Loopbane

Vrywilliger

Webjoernaal

Media

Nuttige skakels

Hulp

Skenk

Bybelweergawes

Klankbybels

Bybeltale

Vers-van-die-dag


'n Digitale bediening van

Life.Church
Afrikaans (South Africa)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivaatheidsbeleidVoorwaardes
Program vir die openbaarmaking van kwesbaarheid
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest